Politics

Uggurri Qeerroo dhaabbateera???

Uggurri Qeerroo dhaabbateera???

“Uggurri Qeerroo dhaabbateera” jedhamee oduun mar-sariitiin deemaa jiru kun soba. Uggurri geejjibaa qeerroon geggeeffamaa jiru akkuma itti fufetti jira. Waan jijjiirames hinjiru!!! Mootummaan miidhaa isa irra ga’een rifatee waan qabuuf waan gadi-dhiisu wallaalee jira. kanaafuu qabsoon itti fufa! At the moment, a FAKE NEWS is circulating on social media as “Transporation Blockades in Oromia have been lifited” THIS IS NOT TRUE!!! Qeerroo has NOT lifted the blockade!!! The struggle continues as planned!!! ለጊዜው አቁሟል ተብሎ እየተሰራጨ ያለው “የቄሮ የኢኮኖሚ እቀባ” ሐሰት ነው። እቀባው ይቀጥላል። የሚለወጥ ነገርም የለም። መንግስት ትልቅ የኢኮኖሚ ቀውስ ውስጥ በመግባት የሚጨብጠውንና የሚለቀውን አጥቷል። ትግሉ ይቀጥላል

Qabsoon itti fufaa!

image