Politics

Harii’amuun Lammaa

Harii’amuun Lammaa

Paartiin Bilxiginnaa namoota armaan gadii ariitee jirti:

  1. Aadde Xeyyibaa Hassan
  2. Lammaa Magarsaa
  3. Dr. Mikeessaa Midhagaa

Murtii dhumaa kan raggaasisu koree Bilxiginnaa biyyoolessaati. Miseensotni biyyoolessaa ammoo kanneen ilaalcha nafxanyaa gaggeessan hedduudhaan guutamee jira. Oromo! Dubbii kana hubadhu: Paartii Bilxiginnaa keessatti, nafxanyaatu Oromoo shooma, nafxanyaatu Oromoo shaara! WAAMICHA OROMUMMAA: Yaa Xayibaa keenyaa, Lamma, fi Milkeessaa: Mooraa qabsoo Oromootti yoo dhuftan bu’aa hedduu buusuu dandeessu. Garuu, yoo sagalee dhokfattanii turtu ta’e, amma illee mooraa diinaa keessa jirtu jechuudha. SPEAK UP! OR CONTINUE TO BE IRRELEVANT!

image